Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 59:11 - KITAABA WAAQA

11 Ee Waaqa, worra inhobaasini, aka worri kiyya worra indeene; jabeenna keetiini worra dabsad'i, gargari firfirsi, ee AABBO Waaqa wonte, teenna.

Gade chapit la Kopi




Faaru 59:11
22 Referans Kwoze  

Ammo atini, ee AABBO Waaqa, wonte naa taate, waan ch'ufa na dabsachiifte, garaa na jabeesita.


Jia shanaani suni jari sunini dua barbaada, ammo inargatani; duu fed'ani, ammo doti worra baqatti.


Hojja suni nami lafa Yahudi keesa jiru ha gareeniti baqatuti; nami dira keesa jiruleeni ha keesaa bahu; nami ala jiruleeni dira inseeniini.


Tanaafi Waaqi haga jiru jireenna si balleesa; inni si fuud'e, mana kanke keesaa si baase, si ijeese, lafa tana iraa si balleesa.


Worra suni ilaali, kiyyiba iraa galchi; fulla ch'ubbichi eju isa bulleesi.


AABBO Waaqi lafa ch'ufa keesa haga muumme lafaa gargari isani firfirse, achiti waaqa d'ibi, ka mukhafa d'akha iraa mid'aasani kad'attani, ka isanifi ababooti teesani taka inkad'atiini.


AABBO Waaqi gosa ch'ufa keesa gargari isani firfirse, aka fiigi keesani nama tatake tahu.


d'aloota keesani gosa d'ibi keesati firfirsa, duuba worri lafa d'ibi keesati hobaa.


AABBO Waaqi aka aduu nuu tahe, aka wonte nu qorqorate, nu qarqaare, guddinna nuu kenne, nu eebise. Inni nama d'uga gula deemu waan dansaa tokole ind'owu.


Ee Waaqa, hayyu keenna ka atini fohate, eebisi.


Atini aka hooliye nu qaqalte, gosa d'ibi keesati nu firfirsite.


Kurfefad'a, eega! Aka dansaa mid'aafad'a, aka waan ilaani gartani kana haga jirtani indeene. Ilmaani teesaniifi ilmaani ilmaani teesanile,


Anini gosa d'ibi keesa isani firfirse achileti woraana isaniti buusa. Lafti teesani badde, diri keesanileeni ona taha.


Ee, ka jiru aka duu imbeekha, ammo ka due woma tokole imbeekhu. Wonti worri argatu injirtu, deebiani inqaabatanile.


Ammo eege Daudini waan akasi tolcheefi gaabe,


Nami na qarqaaru AABBO Waaqa tanaafi anini aka nyaapa kiyya dabsatani arga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite