Faaru 57:6 - KITAABA WAAQA6 Nyaapi kiyya t'urura naa kaye, gaargali guddaani na qabate. Worri boola kara keesati naa qote ammo ufi keesa bue. Gade chapit la |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.