Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 57:4 - KITAABA WAAQA

4 Nyaapa aka gorjama jiruti na marse, ka gaadeeni isa woraanafi t'iya fakaate, arabi isaaleeni goraade qara qabdu fakaatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 57:4
20 Referans Kwoze  

Ee Waaqa, gaade nyeench'a kana ch'ach'absi. Ee AABBO ilkaani kuble isaale bulleesi.


Nami garileeni hiyyeesafi hiyyeeti dabse nyaate fit'e akasiini bula.


Ee AABBO Waaqa, atini haga yoomi, ka woma intolchine waan kana ufuma teete ilaalta? Harka worraa jalaa na baasi, nyeench'a kana ch'ufa duraa na baasi!


Dubbini isaa damma ira mioofti ammo garaa isaa keesa jibbaati jira; jechi isaa d'ad'a ira laafa, ammo aka goraade nama mura.


Dubbini herega male dubbatani akuma woraana nama woraanti, dubbini heregaani dubbatani nama fayyifti.


Worri aka goraade araba ufii qare, dubbi hamtu aka t'iya abbira.


Atini mala namaani balleesitu d'aata, arabi kanke aka haadu qara qaba. Atini guyya ch'ufa d'ara dubbatta.


Sheeftiini qara qabdu afaani isaa keesaa baate, ta inni gosa ch'ufaani dabsatu. Inni ule sibiilatiini worra fide, daad'i dalansu Waaqa Gudda ch'unfa.


Arabi aka ibida jira, lafa hameennati, nafa keenna keesa, arabi waan waan ch'ufa t'ureesaati; ka waan jireenna keenna ch'ufa ibida nartitiini gubu.


Yo ch'ubbichi lafa mohatu hiyyeesi waan tahu inqabu, inni akuma nyeench'a itanu yokhaani gorjama dutu jira.


Nami waan d'araatiini nama himatu, akuma goraadeefi bokuufi t'iya qara qabdu hama.


Arabaafi dubbi hamtu worri dubbatu ch'aqasi arabi worra aka goraade jira; worri waan jed'u, Eenuti nu d'agaya.


aka nyeench'a goda keesati eegata. Inni hiyyeesa gaade, t'urura keesati qabe hirkise itiini d'aabata.


Ammo yo d'uga intahini ibidi Abimeleki iraa bobau ha worra Shekemutifi Bethmilo gubu. Ibidi worra Shekemutifi worra Bethmilo ira bobau ha Abimeleki gubuti.


Eenuti dandae boqo isaa ta ilkaani gagadeeni nama sodaachisani suni iti ejaanjani, bana?


Ifsafi d'uga tante naa ergi; ha na dura deemani, gaara kanke qulqullo Sionitiifi. Mana kanke qulqullo atini keesa teetuti na deebisaniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite