Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 57:3 - KITAABA WAAQA

3 Inni qonqo gubbaa gadi erge na baase, nama na dabsule dabsata. Waaqi jaalala isaa ta ind'umanneefi d'uga isaa na garsiisa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 57:3
14 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, anini imbeekha, atini haga jirtu naa nahu indiddu. Jaalalaafi d'ugaani tante hojja ch'ufa na qorqoratti.


Ifsafi d'uga tante naa ergi; ha na dura deemani, gaara kanke qulqullo Sionitiifi. Mana kanke qulqullo atini keesa teetuti na deebisaniti.


Petroni waan kana mid'aafannaani waan ufiini jed'e, D'uguma, amma imbeekha aka Aabbooni malaika ufi erge, aka harka Herodetiifi waan gochiti Yahudi na tolchu feete jalaa na baasu.


Ee Waaqa, inni haga jiru jireenna ha si durati lafa fidu; jaalala tante ta ind'umanneefi d'uga tanteetiini isa qorqorad'i.


Gochiti Israeli aka janna nyeench'a jirti: Isiini haga gargari tatarsaafte nyaate hobaafte waan ijeefte ch'ufa d'iiga d'uduti gadi inch'iiftu.


Waaqi Seera ufii Musani namaa kenne, ammo eebafi d'ugaani kara Yeso Kristotiini d'ufte.


Nami na hojatu ch'ufti imbeekha, aka anini keessuma gololchu.


Atini waan nati kakhate ch'ufa inguuta; ee AABBO Waaqa, jaalalti tante haga jirtu ind'umatu. Huji atini iti keeyate illakisiini, hobaasi.


Ee AABBO Waaqa, nami nagaya namaa kennu sii, wonti nu tolchinu ch'ufti, waan atini tolchite iraa baati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite