Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 5:9 - KITAABA WAAQA

9 Wonti nyaapi kiyya jed'u waan nami dandae d'ugeefatuuniti; afaani worraa waan balleesani ch'alla fed'ani. Worri kiyyiba ch'alla qaba, arabi worra d'ara ch'alla dubbata.

Gade chapit la Kopi




Faaru 5:9
25 Referans Kwoze  

Lubbuuni worraa aka awaala qotani jirti. D'arti araba worraa iraa baati, dubbini hamtuuni, ta aka had'aa bofa jirtu, afaani worraa keesaa baati.


Isani fulla isaa ta guddinna ch'allati isaa gabuusu feetani; isani d'ara jaalatani. Afaani keesanini isa eebiftani, ammo garaa keesati isaa abaartani.


Dureeyyiini teesani hiyyeesa dabsite, nami keesani ch'ufti d'ara dubbate, arabi worraleeni nama soba.


Nami jaala ufi sobu t'urura keesa ufi buusa.


Atini d'ugaafi qajeeluma nama ira feeta, taanafi qarooma kanke naa kenni, qalbi tiyya keesa kai.


Gaargala keesani! Isani akuma awaala imullanne, ka nami ato imbeenne ira yau jirtani.


Atini mala namaani balleesitu d'aata, arabi kanke aka haadu qara qaba. Atini guyya ch'ufa d'ara dubbatta.


Eenuti garaa namaa hubata? Wonti aka garaa namaa nama soba injirtu, waan nami dandae fayyisuniti.


Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?


Worri mala hama d'aate waan jed'u, Nu yayu mala dansa namaani balleesinu malanne. D'uguma heregaafi qalbiini namaa waan nami beekhe hubatuniti.


Nami hafuuruma baafatani fakaata; diqaafi guddaleeni akuma taka jira, woma keesa injiru. Miisana gubba kai, biimi worri diqole inuulfatu, hafuurale ingahu.


Isani imbeetani, aka nu hasaa namaani sosomnuuni ind'ufiini, yokhaani sabdooma keenna hasaani ind'ossine Waaqaati d'uga teenna!


Aabbooni waan isaani jed'e, Isani Farisayooni mudunufi qori gama ala ch'alla d'it'ani, ammo garaa keesa sabdoomafi hameennaani guutamtani.


Jennaani fulluma galaana Ahavati anini seera baase, aka nu ch'ufti ufi agabsine Waaqa kenna durati ufi diqeesine, inni nuufi ilmaani teennafi hori keenna kara nagaya qajeelchu.


Ee AABBO Waaqa, fed'i tante na barsiisi, kara qajeela gula na qajeelchi, wonti akanatiifi nyaapi kiyya heddu.


Atini aka na arabsani na ch'eersani gurra na balleesani imbeeta; nyaapa kiyya ch'ufa atini inuma agarta.


Ee AABBO Waaqa, atini nama dansaa kara harte daandi worri gula yau qajeelchita.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite