Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 5:8 - KITAABA WAAQA

8 Ee AABBO Waaqa, nyaapi kiyya ya heddate, kara kanke ka d'ugaati na qajeelchi, dandi tante naa diideesi.

Gade chapit la Kopi




Faaru 5:8
16 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, fed'i tante na barsiisi, kara qajeela gula na qajeelchi, wonti akanatiifi nyaapi kiyya heddu.


Qalbi tiyya ch'ufaani anini si barbaada; seera kanke iraa goru na d'owi.


Ee AABBO Waaqa, kara kanke na garsiisi, duuba anini jabaad'e d'uga tante gula deema; aka anini garaa tokooni si hojad'u herega kiyya ch'ufa qajeelchi.


Ch'eerte mata gadi inqabatini, qajeeli, ufi dura laali.


Ee AABBO Waaqa, lafti yayu jaalala tante ta ind'umanneeni guutamte; aada tante na barsiisi.


Raagi Isayani waan Yohana dubbate waan jed'e, Qonqooni nama lafa aloo keesa iyu: Kara Aabbo kurfeesaa, daandi isaa qajeelchaa jetti.


Waaqi kiyya na jaalata, inni fulla tiyya d'ufa; inni nyaapa kiyya ka dabsatani na garsiisa.


Ee AABBO Waaqa, anini siti d'eed'a, ch'eeru na d'owi. Atini Waaqa d'ugaati anini si kad'ad'a na baasi.


Kara qajeela gula deema, aka miili buqae innaafanne ammo fayyu.


Ch'ubbuuni nyaapi kiyya hojate ha worrati deebituuti. Waaqi ka d'ugaati, worra balleesa.


Ammo maro atini kara kanaani AABBO Waaqa akana tufateefi, ilmeeni atini d'alte indooti.


Anini fuula kiyya mana kanke qulqullooti deefad'e gajed'e maqa kanke faarsa maro jaalala tante ta ind'umanneetiifi d'uga teeti, ammalle waan atini aka maqa keetifi dubbini tante waan ch'ufa ira jirtu nama garsiifteefi.


Bisaani nati baafatani, diquma na illiqimsiini; buuyooni bisaani keesati baatuleeni matati na mamarati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite