Nami kara ch'ubbutini hori argate simpirre okhokaani isiini ind'aliini ira teete baqasitu fakaata. Gaafa inni guddate ch'ime, inni hori suni d'abe, duuba eege daallae akanumati taa.
Waaqi qaroomafi beekhumafi gammada nama isa gammachiisuu keenna; ammo inni nama daba hojachiise, aka waan inni argateefi waan olkeyatu nama Waaqa gammachiisuu kennani. Tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.