6 Achiti naasufi mudamsuuni worra qabate, akuma niiti ilmeeni iti ejate,
Israeliini d'alachuu jirti, ammo daalloofte ke deebiti — akuma daima d'alachu gahe, ka garaa haad'a keesaa bahu didu.
Jennaani hayyichi mudame, lubbuuni d'ufte, aka male hollate jilbi wold'ae.
Wonti anini daayya suni keesa arge d'agaye yayu na mudamsiifte na d'ukubsite, akuma nad'eeni d'ala ch'ininfattu.
Duuba galgala suni worri Shamu kae baqate, waarofi fardooleefi harreelele ch'ufa akanumati lafati lakisani kaani biraa baqatani.