Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 47:2 - KITAABA WAAQA

2 AABBO Waaqi guddaani ka sodaachu malani; inni hayyu gudda, ka lafa ch'ufa fidu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 47:2
18 Referans Kwoze  

Dabdichi ka hori dansa sorio suni male ree ufii keesa qabu, ka hori sorio himmalle naa baase, ha abaaramu. Wonti akanatiifi anini hayyu gudda, ka lafafi nami ch'ufti d'eetu.


Nami ch'ufti ha maqa isaa gudda jaba faarsuti; inni qulqullo!


Wonti akanatiifi AABBO Waaqi Waaqa gudda, inni hayyu gudda, ka waaqa d'ibi ch'ufa ira jiru.


Waaqi hayyu lafa ch'ufaati; faaru d'aad'a, isaa faarsa!


Waaqi Israeli ka mana isaa qulqulloo d'ufu, akami nama sodaachisa! Inni jabeennaafi irre gumi isaati kenna, Waaqa ha faarsani!


Tanaafi worra kana insodaatina. AABBO Waaqi keesani isani woliini jira; inninu Waaqa gudda ka sodaatani.


Atini dabsacha nu kennite, waan mama tolchite nu baafte, akasiini kad'acha teenna nuu d'ageete. Nama lafa keesa jiru ch'ufafi ka galaana gama jiruleeni ch'ufti si abdata.


Ee AABBO Waaqa gubbaa, Waaqa gudda, ka dandae nami sodaa si dura inejine ka nama jaalate seera kanke guutu wold'aqisa woliini tolfatani jabeesitu;


Yesoni worrati d'iaate waan jed'eeni: Jabeenna ch'ufa, ka lafafi gubbale, ya nati kennani.


Biyyiti waan huji tante jabdu dubbate anileeni guddinna kanke odeesa.


ilmaani hayyoota ta ufi gugudiftule, diqeese, hayyoota gugurdole mudamsise.


Yo isani dubbi seera, ta kitaaba kana keesati t'aafani, jabeesitani guutu diddani, ammalle maqa jaba ka AABBO Waaqa keesani ka guddisani ulfeesani sodaachu diddani,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite