Faaru 43:4 - KITAABA WAAQA4 Duuba ee Waaqa, anini fulla sorio iti sii qalani d'aqa; nami anini gammada ira argad'u sii. Anini kiraari d'ae si faarsa, ee Waaqa, Waaqa kiyya. Gade chapit la |
Lafa boojiani iti na geesani tana keesati garaani na hamata, jennaani garaani kiyya isaa ch'alla qabate. Inni waan aka d'awa galaanatiini na d'ae na laalefachise gaargali aka fach'aa bisaanii nati fach'ae, aka bisaani gaara Harmonitiifi ka Mizari iraa dibbisani galaana Yordaniti yaani, nati baafate.