Anini ya Waaqa durati ch'ubbu tolche, tanaafi dallansu isaa obsu male, haga inni naa dubbate d'uga na muruuti. Inni ifsatiini na d'ufe baafama na garsiisa.
Gaafa isa arabsani inni taka nama inarabsine; isa gaargalchinaani inni nama tokole insodachiimne, ammo abdi ufi, Waaqa d'uga, ka d'uga gula wo qoru, gubba keyate.