Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 42:11 - KITAABA WAAQA

11 Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebie Waaqa kiyyafi baafama kiyya faarsa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 42:11
9 Referans Kwoze  

Anini maafi akana tahe laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebieti Waaqa kiyyafi baafama kiyya faarsa.


Ammo anini dira kanafi nama isa keesa tau, d'ukuba iraa d'owe fayya kenneefi nagayafi hormaatale kennafi.


Anini isani fayyise, mada teesanile qorsa ira kaaya, ato nyaapi keesani, Sionini waan jibbani, nami tokoleeni waan isii iyyaalu jed'ele.


Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebieti Waaqafi baafama kiyya faarsa.


Yesoni dubbi tana d'ageennaani waan jed'e, Nami fayya qabu ch'ireesa imbarbaadu, ammo nama fayyad'abe ch'allati barbaada.


Gochiti d'ibiini maafi, Waaqi keesani me? Jette nu gaafati. Aka atini gosa d'iiga hojattu teeti jissite gaargalchitu nu garsiisi.


Maro dallansu tanteetifi daaraani sagale naa taate, imimaani kiyyaleeni waan anini d'uguuni wolti makhamani. Atini oli na fuute gadi na gatte.


Gochiti maafi nu gaafate, Waaqi keesani me? nuni jetti.


Qaaloleeni ta fulla sorio iti baasanifi balbala Mana AABBO Waaqaa jiddu hojattu ha, Ee AABBO Waaqa, gumi tanteeti nahi, jette bootuti. Gochiti d'ibiini nu tufatte nu goyeesite, Waaqi keesani me? nuuni injed'iini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite