Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 40:1 - KITAABA WAAQA

1 Anini obse, qarqaarsa AABBO Waaqa ira eegad'e; jennaani inni na ch'aqase boha tiyya d'agaye.

Gade chapit la Kopi




Faaru 40:1
7 Referans Kwoze  

Obsi tai waan AABBO Waaqi si tolchu eegad'i; nama woi horatu, ka yokhaani mala ufi hamaani woi argatu, waan isaa mamte, heredde ufi ingaargalchini.


Ee Waaqa, nu d'agayi nu ilaali, gaargala nu keesa jirufi d'iba dira maqa kanke qabu argi. Nu d'uga qamna jenne si inkad'annu, ammo maro naasu tante guddotifi si kad'anna.


Ee Aabbo Waaqa kad'acha tiyya na d'agayi, qarqaarsa anini si kad'ad'u ch'aqasi!


AABBO Waaqi nama d'ugaa qajeela ilaale, hojja worri isa yaamule jalaa owaata;


Inni hojja anini isaa yaamad'u ch'ufa na ch'aqasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite