Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 4:4 - KITAABA WAAQA

4 Sodaad'a, ch'ubbu lagad'a; yo ch'aliftani, sire teesani ira ch'iiftani, waan kana guddisa herega.

Gade chapit la Kopi




Faaru 4:4
17 Referans Kwoze  

Yo dalantani, dalansuuni teesani daba keesa isani inseensisiini; dalansuuni aduuni isaniti ind'iini.


Anini halkani ch'ufa herega guddaani bule waan ufiini jed'u:


Anini qaro jette ufi insaadini; AABBO Waaqa ch'alla sodaad'i, waan hamtu hanqad'i.


Anini ato sire keesa ch'iisu si qaabad'e, halkani ch'ufa waan kanke herega;


Inni waan jed'u woli had'u lakisa, aka anini AABBO Waaqa beekha. Gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesaleti na guddisani.


Ufi ilaala, ufi qora, aka, d'ugefacha keesa teetani ufi agartani. Isani aka Kristo Yesoni isani keesa jiru beetu? Yo isani ufi injibaatiini.


Nami lafa keesa jiru ch'ufti ha AABBO Waaqa sodaatu, nami lafa keesa tauleeni ha isa guddisu!


Waaqi waan namaani jed'e, sodaani Waaqaa qarooma, ch'ubbu lakisitini hubacha.


Nami Waaqa jaalate saalfatufi araarsa isa ira argata; nama AABBO Waaqa sodaatuti ch'ubbu iraa gora.


AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.


Karaani nami qajeelani deemu hameenna iraa gora, tanaafi kara gula deemtu laalad'i, lubbu ufi baasi.


Jari lafa fidu fayyuma tana na had'a. Ammo anini dubbi tante insodaad'a.


Anini Waaqa yaamad'e, inni gaara isaa qulqullo iraa na jalaa owaate.


AABBO Waaqa sodaad'a hojad'aafi;


Anini AABBO Waaqa; isani maafi na insodaanne? Maafi na durati inholanne? Anini seera baariini maansa tolche lafaani gargari baase seera jiru jireenna ka bisaani indabarre. D'awani ato baariini chochooftele bisaani dandaani seera suni intaakani. D'awani ato dibbiftele dandeete inch'absitu.


Worri waan kiyya dubbate waan jed'u, Waaqi isa inqarqaaru.


Ee Waaqa, waan atini na ch'aqaftuufi anini si yaama. Tanaafi amma dubbi tiyya d'agayi, gurra keetiini na ch'aqasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite