Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 39:9 - KITAABA WAAQA

9 Anini afaani qabad'a, woma indubbad'u, wonti akanatiifi nami waan kana na tolche sii.

Gade chapit la Kopi




Faaru 39:9
8 Referans Kwoze  

Ayubuni waan jed'eeni, Atini aka nad'eeni woma imbeenne dubbata. Nu dansuma ch'alla Waaqa iraa eeganna? Hameennale ineegannu? Gaargala kana ch'ufa keesa Ayubuni taka woma dubbate Waaqa inhaalanne.


Ammo hayyichi waan Abishaifi oboleesa isaa Yoabuni jed'e, Isani maani naraa qabdani? Hojja inni waan Waaqi abaari jed'eefi na abaare eenuti dandae, inni maanifi akasi tolche jed'e gaafata?


Anini qulluma d'alad'e gaafa duulle qulluma dua. Waan kanale Abbuma Waaqati naa kenne, ammalle isumati fud'ate, maqa isaa ha faarsani!


Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa womatu indaru, malaikaani gubbatiifi nami lafaleeni ch'ufti finna isaa jalati bula. Nami woi isani morme, Atini maani taata? jed'e gaafatu injiru.


Anini duuda gurraani woma ind'ageenne, ka afaanileeni woma indubbanne fakaad'a.


Jennaani Samuelini waan ch'ufa tokole inhambimne iti hime. Elini waan jed'e, Inni AABBO Waaqa, waan fed'u ch'ufa ha tolchu.


Jennaani Musani waan harunini jed'e, Wonti AABBO Waaqi gaafa inni nama na hojate anini qulqullooma garsiisa, duuba gumi tiyya ch'ufa durati na guddisani, jed'eefi tana. Ammo Harunini inch'alise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite