Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 39:11 - KITAABA WAAQA

11 Atini hojja ch'ubbu namaa agartuu gorsa jabaani isa qajeelchite, ammalle aka buuqataani woi balleesu waan nami suni jaalatu balleesita. D'uguma nami qilleensa ira injiru!

Gade chapit la Kopi




Faaru 39:11
14 Referans Kwoze  

Tanaafi anini shame ch'ich'ite, woya billaachi nyaate fakaad'a.


AABBO Waaqa guddati na qarqaara eenuti dandae wollaala nati mura? Nami na himatu ch'ufti imbada, akuma woya bilaachi nyaate balleesu.


Anini nama jaalad'u ch'ufa gorseti gaargalcha. Jabaad'u daba kanke iraa deebii.


wonti akanatiifi Aabbooni nama jaalatu ch'ufa inqajeelcha, nama ilma tolfatu ch'ufa ind'aana.


nafa nama kana Sheet'anati kenna aka balleesani, yoosi lubbuuni isaa Guyya Aabbo imbaafamti.


waan wollaala isatiifi isa gorsani. Wonti akanatiifi harreeni duudaani qonqo namatiini dubbatte, waan daalluma ka raagi suni tolchu d'owarte.


Duuba anini Israeli badi iti buuse worra Yudale balleesa.


Gogaani kiyya guraatae naraa luqae, nafileeni ch'ufti na qand'ate.


Mala keeti, waan inni nama d'oqe iraa mid'aasani ka dandaani aka billaacha ch'arasani d'ugeefatu seeta?


Ee Waaqa, ule naani d'aantu tana naraa fuud'i! Mudamsu tante tana naraa balleesi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite