Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 34:2 - KITAABA WAAQA

2 waan inni tolcheefi isaa faarsa; nami dabsani ch'ufti ha faaru suni d'agaye gammadu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 34:2
12 Referans Kwoze  

Nami kooru fed'u ch'ufti ha waan na beekhe na hubatufi kooruti; anini d'ugaafi qaajeeluma tolcha. Woni na gammachiisa kana. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Tanaafi akuma t'aafiini jettu, Nami ufi koorsu fed'u ch'ufti ha waan Aabbooni tolcheeni ufi koorsu.


Waan anini kakhu tante abdad'uufi nami si sodaatu na arginaani gammada.


Nu guyya ch'ufa si faarsine, haga jiru jireenna galata sii deebimna.


Ammo akuma t'aafiini jettu, Nami ufi guddisu fed'u, ha huji Aabbooni hojatefiini ufi guddisu.


Anini, AABBO Waaqi, d'aloota Yakobo ch'ufa baase, duuba worrileeni na faarsa.


Waan nu nama isaa taaneefi gammada; nami isa yaamatu ch'ufti ha gammaduti.


D'ipu tiyya keesa na baasi; duuba maro dansuma atini na garsiifteefi anini gumi tante durati si faarsa.


Anini qulluma d'alad'e gaafa duulle qulluma dua. Waan kanale Abbuma Waaqati naa kenne, ammalle isumati fud'ate, maqa isaa ha faarsani!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite