Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 34:1 - KITAABA WAAQA

1 Anini hojja ch'ufa AABBO Waaqaa galata deebise, guyya ch'ufale,

Gade chapit la Kopi




Faaru 34:1
17 Referans Kwoze  

waan ch'ufa keesati galata deebisa. Wonti Waaqi isani ira fed'u tana, jireenna keesani ka Kristo keesa jiru.


Waan isani jettaniifi waan tolchitani ch'ufa keesa maqa Aabbo Yesotiini tolcha, ammalle maqa isaatiini Waaqa Abba galata deebisa.


Waan ch'ufa keesafi hojja ch'ufa Waaqa Aabbo galata deebisa, maqa Aabbo Yeso Kristotiini.


Guyya ch'ufa anini si faarse, guddinna kanke odeesa.


Hojja ch'ufa maro teesaniifi Waaqaa galata deebisu malle, isani oboleyaani Aabbooni jaalatu. Wonti akanatiifi Waaqi haguma qara isani fohate, aka baafamtani, waan Lubbuuni isani qulqulleesite isani d'uga fud'attaniifi.


Saa jaa ka halkani Paulofi Silani Waaqa kad'atani sirbani, nami hid'aansa keesa jiru ch'ufti worra d'agaye.


Anini haguma d'alad'e si d'aabad'e; haguma d'aloota kiyyati asi atini ya na qorqorate, tanaafi anini guyya ch'ufa si faarsa.


Nami waan isa ka nami d'ibiini isa duuba dubbatu sodaatu gaargala seena, ammo nami AABBO Waaqa sodaatu gaargala keesaa baha.


Nu hojja ch'ufa maro teesaniifi Waaqa galata deebisu malle, oboleyaani. Nu akasi tolchu malle, maro d'ugefachaani teesani guddo daramte, ammalle jaalalti isani woljaalattani guddatteefi.


Ergattuuni ta gammada qabdu kaate jaarole kora biraa yaate, waan Waaqi maro maqa Yesotiifi gaargalafi ch'eera worratiini d'ufeefi.


niiti isaatini, Isiini oboleeti tiyya jed'e. Waan kanafi hayyuuni Gerari, ka Abimeleki jed'ani, Sara naa kootaani jed'e.


Duuba oolaani d'ibiini lafaa d'ufte, ta gaafa Abrahamu taani male, jennaani Isaaqooni gara Abimeleki hayyu Filisti, ka Gerari tau, d'aqe.


Hojattuuni hayyicha suni waan hayyichani jette, Kunini Daudiniti ka hayyu lafa isaa, kunini namicha nad'eeni sirba keesa faarsite akana jettuniti? Sauloni nama kunkikunki ijeese, ammo Daudini nama kunkikunki kud'ani ijeese.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite