Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 32:7 - KITAABA WAAQA

7 Atini fulla anini iti d'okhad'u, ka gaargala duraa na baaftu, waan atini na qorqoratuufi anini baafama kanke faarsa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 32:7
18 Referans Kwoze  

Nami AABBO Waaqati baqate, qarqaarsa isa iraa fed'atu,


Atini wonte tiyya ammalle fulla anini iti baqad'u; anini dubbi tante abdad'a.


Guyya gaargalaa inni na baase, Mana ufii keesati na jabeese, d'akha d'eera gubbaa na kaya.


AABBO Waaqi fulla nami dabsani iti baqatu, inni fulla guyya gaargala iti d'eetani.


Atini worra suni mala nyaapa isaani duraa fulla teeti d'ossite, araba nyaapa isaani dura fulla jabduti d'ossita.


Ee AABBO Waaqa, anini siti d'eed'a, nyaapa kiyya duraa na baasi.


Sirba hareesa Waaqaa sirba, maro inni waan mama tolcheefi! Inni harka isaatiifi irre isaa qulqullooni ya waan ch'ufa dabsate.


Inni faaru hareeti Waaqa keennaani faarsani na barsiise. Nami hedduuni waan kana arge sodaate AABBO Waaqa abdata.


Qonqo guddooni iyani waan jed'ani, Baafami gara Waaqa keenna, ka barch'uma guddinna gubba taufi gara Ilme Hoolati.


AABBO Waaqi Daudi harka Saulotifi ka nyaapa isaa jala baamnaani, inni faaru taanaani AABBO Waaqa faarse waan jed'e:


Ch'ubbichi gaargala ind'abu, ammo nama AABBO Waaqa d'ugeefatu jaalala isaa ta ind'umanneeni qorqoratani.


Wonti akanatiifi isani qara ya dootani, jireenna keesani Kristo woliini ya Waaqa keesati d'ossani.


Nama sii saalfatu atini ineebifta, ee AABBO Waaqa; jaalalti tante aka wonte woi worra ira d'owarti.


Jennaani hayyichi ilma isaa Yeremaeelifi Seraya ilma Azrielitifi Shelemia, ilma Adbeeli, yaame, Yeremiafi Baruku ka tatabe t'aafu qaba jed'e. Ammo AABBO Waaqi worra d'osse.


Haadi dua lubbuti na marate, irreesileeni t'urura isaa naa hid'e.


Guyya suni Deborafi Barakani, ilmi Abinoamu, faaru tana d'ahatani:


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite