Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 3:7 - KITAABA WAAQA

7 AABBO Waaqa, kooti naa baasi! Atini nyaapa kiyya d'abanaafte, ilkaani worra ch'ubbuu ch'absite.

Gade chapit la Kopi




Faaru 3:7
17 Referans Kwoze  

Ee Waaqa, gaade nyeench'a kana ch'ach'absi. Ee AABBO ilkaani kuble isaale bulleesi.


Anini irre nama nama dabsu balleese, nama inni dabsule baase.


Biyyiti na goyeesite, na marsite, fuula keesa na d'oofti.


Ee AABBO Waaqa gudda, kai, kooti na qarqaari; Ee Waaqa Israelii waan kana atumaani argi. Kai, gosa d'ibi ta Waaqa imbeenne gaargalchi, worra hamama waan ch'ubbu malatu lubbu imbaasiini.


Ee AABBO Waaqa, kai, ch'ubbicha gaargalchi! Ch'ubbicha suni gaargalchi! Nama gaargala qabu qaabad'i.


AABBO Waaqa, kai, nu qarqaari, harka keetiini nu baasi, akuma atini duri tolchite. Nami goorjama Rahabu jed'ani gargari ch'ire siiniti?


Ee AABBO Waaqa, dallansu tanteetiini lafaa kai! Nyaapa kiyya, ka nati dallanu kana, kai balleesi; lafaa kai na qarqaari! Wonti atini nama iraa barbaaddu aka nami d'uga gula deemu.


AABBO Waaqa, kooti na baasi; naasu teetiini duu na d'owi.


Ato d'aanani arabsanile nami waan kana ch'ufa ee jed'e fud'achu male.


Atini maafi nu qarqaaru didde? Atini maafi harka kanke ufi duubati qabata?


Ee Aabbo, kai, atini maafi teete rafta? Kai, nu indidiini, nu qarqaari!


Ee AABBO kai na baasi; ee Waaqa kiyya, kooti naa dubbad'i.


AABBO Waaqi waan jed'u, waan hiyyeesa dabsani, d'ipatani tae ouufi, anini amma d'ufe qarqaarsa worri fed'u kennaafi.


Gaargala keesani! Isani ka mukhaani, Kai jettani, yokhaani d'akhaani, Oleji jettani! Ehayi, wonti akana kunini dandeete woi isaniti imulliifti? Ato qarsifi worqi fuud'ani nafa isaa ch'ufaani duuchanile, isiini lubbu inqabdu.


Had'iisi lafa suni ch'ufa gahe, nami badda keesati hobae nama had'iisa keesati fit'ani kaanile ira jira.


Ato duuli na marsele anini insodaad'u, ato nyaapi na had'ele anini garaa jabaad'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite