Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 3:5 - KITAABA WAAQA

5 Anini gach'iise rafa, halkani ch'ufa AABBO Waaqati na qorqorata.

Gade chapit la Kopi




Faaru 3:5
11 Referans Kwoze  

Hojja anini gach'iisu anini nagayaani bula. Siuma ch'allati, ee AABBO Waaqa, nagayaani na oolcha.


Yo hiribaa deebite woma insodaattu, yo raftule indamat'u.


Ee AABBO Waaqa, siumati nama si d'aabate, ka heregi isaa gara ingalle, nagaya ind'umanne, kennaafi.


Anini lafa teesani nagaya tolche soda male gach'iiftani bultani bineensa hama lafa teesani keesaa baase woraanale balleesa.


AABBO Waaqi doofi jabdu nami d'ugaa d'eete iti bahu fakaata.


Aki nami huji sagale ira argatu jed'e ganama lafaa kae ammalle halkanile ture rafu woma imbahufi. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi nama jaalatu, ato inni rafu liqimsa kennaafi.


Nama AABBO Waaqa sodaatu isaafi ijoolleeni isaaleeni fulla iti baatu qabdi.


Inni ya lubbu nu baase, miila keennale much'uch'aach'u d'owe.


Halkani Herodeni sila biyya duraani isa d'ufu fed'u, Petroni jiddu askarti lama rafu jira. Haada lama ka sibiilatiini isa hid'ani, jari mana hid'aansa eegu balbala qorqorate.


Nami dabsani yo Waaqa d'aabatu ingammada, worri haguma jiru inch'eeru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite