1 Isani, ilmaani gubbaa, AABBO Waaqa faarsa, guddinnaafi irre isa faarsa.
Ammo gosa isani hojachu diddu lafaa iraa balleesani.
Waaqi Israeli ka mana isaa qulqulloo d'ufu, akami nama sodaachisa! Inni jabeennaafi irre gumi isaati kenna, Waaqa ha faarsani!
Woldeenna worra qulqullo keesati si ulfeesani, worri suni ch'ufti si sodaata.