Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:6 - KITAABA WAAQA

6 AABBO Waaqa, anini harka d'iqad'e, aka ch'ubbu inqamne garsiise, waan sorio irati si baasanini mara.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:6
13 Referans Kwoze  

Duuba anini ufuma waan hamtu tolchu dide qulqulloomaani taa?


inni nu baase. Maro huji dansa nu hojannefiniti, ammo maro naasu isaatiifi nu baase, Lubbu Qulqullooni nu d'iqe, isiini d'aloota hareesafi jireenna haraa nuu kennite.


Anini nama ch'ufa ka fulla ch'ufati Waaqa kad'atu fed'a, nama Waaqa jaalatu ka dalansufi wolmormiti male harka olqabate kad'atu.


Duuba ee Waaqa, anini fulla sorio iti sii qalani d'aqa; nami anini gammada ira argad'u sii. Anini kiraari d'ae si faarsa, ee Waaqa, Waaqa kiyya.


Nama garaa qulqullo, ka harki isaa woi iyyakine, ka waan harkaani boch'ani inkad'anne, yokhaani ka waan d'araatiini inkakhanne.


Duuba jaaroleeni diri isaani dira kaani ch'ufa ira fulla reefa suni iti arganiti d'iaatu ha goromsa looni suni irati harka d'iqatte,


Simoni Petroni waan jed'eeni, Miila ch'allaaniti, ammo harkafi matale na d'iqi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite