5 Anini nama waan hamtu tolchu wahelchu infed'u, ch'ubbichale woma ira inqabu.
Atini nama waaqoota d'araa kad'atu injibbita, ammo anini siuma d'aabad'a.
Ayyaana isaati ka mala worra ch'ubbutitifi akheekha worra dabaatiifi dubbi worra Waaqa tufatulle jibbe iti d'iaachu didu.