Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:4 - KITAABA WAAQA

4 Anini nama d'araati iwahelchu, kiyyibale iti ind'iad'u.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:4
11 Referans Kwoze  

Anini takaa qoomni tiyya fulla namaati balleese, kobla gula bahe waan hamtu intolchine. Jecha kanke gula anini guddo dallane koba hafe.


Ayyaana isaati ka mala worra ch'ubbutitifi akheekha worra dabaatiifi dubbi worra Waaqa tufatulle jibbe iti d'iaachu didu.


Nami qaroo wahelchu qaroo taha, ammo nami daalle wahelchu d'iba argata.


Isani worri ch'ubbuu, na biraa fagaad'a; anini seera Waaqa kiyya guuta.


Tanaafi Aabbooni waan jed'u, Worra lakisa, biraa yaa. Waan t'uri qaba intuqiina, yoosi anini isani fud'ad'a.


Anini jaala nama si sodaatu, ka seera kanke guutu ch'ufa.


Insobamiina: waheli hamaani adaba dansa iyaka.


Nami oobru qotatu sagale ind'abu, ammo nami waan woma keesa injirre gula deemu woma imbaratu.


Nama woma imbeenne biraa yaa, jireenna argad'a; kara hubacha gula yaa.


Yo anini ch'ubbu hojad'e, kiyyibaani deeme nama sobe —


Anini d'ara dubbad'e, nama sobe, waan hamtu keesa inseenu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite