Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:2 - KITAABA WAAQA

2 Ee AABBO Waaqa, na ilaali, na argi garaafi qalbi tiyya hubad'i.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:2
8 Referans Kwoze  

Atini Waaqa d'ugaati, ka herega keennafi garaa keenna laalu. Ch'ubbicha hameenna ira balleesi, nama waan dansa tolchuu nagaya kenni.


Atini garaa kiyya imbeeta; halkaniini nati d'ufte na ilaalte, d'araa hamtu tokole na keesaa d'abde.


Dabi kiyya maani? Wollaali anini tolche maani? Wonti naani himatani maani?


Anini tokocha hafe kaani ibida keesa kaye qulqulleesa, akuma qarsi ibidaani qulqulleesani yokhaani dansuma worqi ibidaani ilaalani. Duuba worri na yaamate, anileeni worra jala owaad'e waan jed'uuni, Worri kunini gumi tiyya. Worrileeni waan jed'u, AABBOONI Waaqa keenna.


Ee Waaqa, atini yayu akuma qarsi bassani qulqulluma isii ilaalani nu ilaalte.


Ammo ee AABBO Waaqa gudda, atini d'ugaani nama ilaalate, waan worri garaafi qalbi keesaa qabu beeta. Tanaafi aka atini nyaapa kiyya haalo baafatu na agarsiisi, wonti akanatiifi anini dubbi tiyya yayu siti kennad'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite