Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:12 - KITAABA WAAQA

12 Anini soda waan ch'ufa ya duraa bahe, fulla dansa eja, tanaafi gumi AABBO Waaqaa keesa isa faarsa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:12
11 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, fed'i tante na barsiisi, kara qajeela gula na qajeelchi, wonti akanatiifi nyaapi kiyya heddu.


AABBO Waaqaa faarsa! Anini gumi Waaqaa durati garaa kiyya ch'ufaani AABBO Waaqaa galata deebisa.


Inni boola hamtu keesaa na baase, maansa anini keesa lit'e keesaa na fuud'e, d'akha gubbaa na d'aabe na jabeese.


Nami d'uga gula deemu nagaya qaba, ammo nami d'uga gula indeemne hameenni isaa, inuma mullata.


Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu.


Inni waan jed'u, Ee Waaqa, anini waan kanke oboleyaani tiyyati dubbad'e, gumi isaani ch'ufa durati maqa kanke faarsa.


Fullaani gochiti Israeli d'ufte, jecha AABBO Waaqa gula, galata isaa deebiftu tana.


Worri guddinna isaa gumi keesati odeese, kora jaarole keesaleti isaa faarsuu male.


Anini faaru galataani si deebisani, d'aad'e, waan kanke ch'ufa biyyati hima.


Qara gosa Benjamini ta ch'ufa ira diqooti d'ufa; eege jaarole Yudatifi worra isaaniti woliini d'ufa; ammalle eegi worra suni jaarole Zabulonitifi ta Naftaliti d'ufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite