Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:10 - KITAABA WAAQA

10 worra hojja ch'ufa ch'ubbu hojate, gumbo nama ira fud'atu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:10
17 Referans Kwoze  

Worri d'ara gula dubbi qore, yokhaani nama ira inch'iisini. Ammalle gumbole inyaatini, wonti akanatiifi, gumbooni ila nama qalbi qabule duuchite, nama d'ugale kiyyibsifti.


Atini mala namaani balleesitu d'aata, arabi kanke aka haadu qara qaba. Atini guyya ch'ufa d'ara dubbatta.


Ammo ilmaani tunini kara abba isii gula iyyaane, guddo beese jaalate gula yaate, gumbo nama iraa fud'ate d'uga gula dubbi qoru didde.


Gumbo imfud'atiina, wonti akanatiifi gumbooni nama guddinna qabu ila duuchite nama d'ugaa qabu dubbi duraa balleesiti.


Lafti bariinaani jari Yahudi toko wold'aqe, kakhu jabdu toko wolti kakhatani waan jed'ani, Haga Paulo ijeemnuti nyaane ind'unnu jed'ani.


Worri ch'ufti aka waan hamtu tolchu ya iti ogeesa tahe. Jaaroleefi jaallabi gumbo nama ira fud'ata. Nami gurra qabu waan fed'u worra suniti hime duuba ch'ubbu iti wold'aqani.


Anini daba keesani guddafi ch'ubbu teesani ta isani maro heddu tolchitani imbeekha. Isani nama woma intahiini dabsitani gumbo nyaatani gaadisa kora keesaleti hiyyeesa d'uga d'owartani dabsitani.


Nama d'uga tolche qajeela dubbatu, ka hiyyeesa indabsine, ka harka isaatini gumbo imfud'anne, ka gurra isaatini waan ijeecha d'agayu, didu, ka ila isaatini waan hamtu ilaalu didu,


Nami ch'ubbu haga waan hamtu tolchuti imbulu, haga nama woi tolchuti hiribi inqabu.


Worra suni harki worra waan hamtu inhanqatu, guddo ijeechaa arifata.


Inni hojja sire gubba ch'iisule waan hamtu malata; wonti inni tolchu tokoleeni dansaaniti, inni waan hamtu tokole indidu.


ch'ubbichi yayu t'iya fud'ate, guube guure, dukana keesati nama d'ugaa qajeela abbire had'a.


Ammo atini inuma agarta, atini gaargalafi laalala agarte, yo ch'ufa kurfo jirta aka nama qarqaartu. Nami qarqaarsa inqamne siti ufi kenna; atini haguma duriti d'ipata qarqaarte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite