Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 26:1 - KITAABA WAAQA

1 Ee AABBO Waaqa d'uga naa muri, wonti akanatiifi anini ya waan d'uga tolche, si ch'alla d'aabad'e.

Gade chapit la Kopi




Faaru 26:1
30 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi irreefi wonte tiyya, anini isa d'aabad'e, inni na qarqaare na gammachiisa; tanaafi anini sirbe isa faarsa.


Nami dubbi nama lafa keesa jiru ch'ufa qoru si. Aka anini woma iyyakini atini imbeeta, d'uga naa muri.


Nami d'ugaa qajeelani wollaala intolchu, ilmaani isaaleeni takaa tana eeba argatti.


Hayyuuni AABBO Waaqa gudda abdata; maro jaalala Waaqa ta ind'umanneefi hayyule inchochomne.


Ee AABBO, aka anini garaa tokooni si hojad'e sii saalfad'e woma atini feetu ch'alla tolche qaabad'i; akasi jed'e aka hama bohe.


AABBO Waaqi ha dubbi tana laale, d'ugaafi d'ara arguti. Inni ha dubbi tana laale. Naa dubbate, harka kanke keesa na baasuti.


Tanaafi oboleyaani tiyya, jabaad'a, aka yaamicha Waaqaatiifi fohacha isaa waan guyya ch'ufa tolfattani; wonti akanatiifi yo waan kana tolchitani haga jirtani injiddani.


Isiini teesani, worra maro d'ugefachatiifi jabeenni Waaqa qorqoratu, ato isani baafama amma kurfeesani guyya muumme mullisani eegattanu.


Abdi nu eegannu jabeesiina, waan nu aka Waaqi kakhu ufi guutu heregannuufi.


Wonti nu ufi guddimnuufi tana: heregi keenna aka dansa nu beesisa, aka lafa tana keesa, keesuma jiddu teennaafi teesani, nu garaa tokooni d'uga Waaqi nu kenneefi eeba Waaqaatiini teenne, ammo qalbi namatiini inteenne.


Nami waan isa ka nami d'ibiini isa duuba dubbatu sodaatu gaargala seena, ammo nami AABBO Waaqa sodaatu gaargala keesaa baha.


Inni irafu, guyya ch'ufa si qorqorate jigu si d'owa.


Anini waan jed'e, much'uch'ad'eti jigu jira. Ammo ee AABBO Waaqa, jaalala tante ta ind'umanneeti oli naqaba.


Isuma ch'allati na qorqorate, na baase na jabeesa. Duuba nami dandae na inchochoosu.


Isuma ch'allati na qorqorate, na baase na jabeesa; duuba nami dandae na inchochoosu.


Ee Waaqa, jabeenna keetiini na baasi, irre teetiini d'uga naa muri!


Ee Waaqa, nami kunini wollaala inqabu jed'i d'uga naa muri, gumi si imbeenne durati naa dubbad'i; nama ch'ubbicha kiyyiba duraa na baasi!


Inni Seera Waaqaa jabeese qalbi keesa keeyata, haguma jiru ira ingoru.


Ee AABBO Waaqa, atini ka d'ugaati, d'uga naa muri; nyaapa kiyya na goyeesu d'owi.


Ammo ee AABBO Waaqa, anini si d'aabad'a, atini Waaqa kiyya.


Anini gama kiyyaani waan d'uga tolcha, naa nahi na baasi!


Dansuma tiyyafi qajeelumti tiyya ha na baaftu, nami anini heregad'u si.


Ee Waaqa kiyya anini si d'aabad'a. Aka nyaapi kiyya na dabsate na ch'eerse na ingoyeesine tahu na d'owi!


Nama wollaala inqamne, ka waan qajeeltu ch'alla tolchu, ka dubbi d'uga ch'alla dubbatu,


Sorio d'uga AABBO Waaqaa baasa, waan ch'ufa keesa isa abdad'a.


Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu.


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini aka hojattuuni tiyya Ayubuni nama d'uga qajeela Waaqa sodaate waan hamtu lagatu agarte? Lafa keesa nami aka isa injiru. Ato atini na sobatte, ka inni woma intahiini akanumati iti na kaaftele, inni akuma kaani na jaalate naa saalfata.


Atini qara Waaqa sodaate, ch'ubbu lagatte; tanaafi sila akana teete garaa hamachu himmalle.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite