Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 24:1 - KITAABA WAAQA

1 Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.

Gade chapit la Kopi




Faaru 24:1
18 Referans Kwoze  

Gubbafi laftileeni teeti, lafafi waan keesa jira ch'ufa siumati uume.


Akuma t'aafiini jettu, Lafafi wonti keesa jira ch'ufti ta Aabbooti.


Irreefi humnaafi, guddinnaafi mid'aagumafi jabeenni keetuma. Wonti gubbafi lafa keesa jiraleeni ch'ufti keetuma, atini hayyu hayyu ch'ufa mohatu.


Eenuti dandae isa had'e duraa baha? Nami dandae akasi tolchu tokoleeni injiru.


Gubbaleeni haguma geetunu ta AABBO Waaqa keesaniti: lafafi wonti isii keesa jiraleeni ch'ufti ka isaati,


Musani waan jed'eeni, Akuma dira keesa baheeni, anini harka olqabad'e AABBO Waaqa yaamad'a. Duuba mandisuuni ch'itte, bokai d'akhaani roobu kulleeni ch'aama, akanaani aka lafti ta AABBO Waaqaa beeta.


Amma waan kanafi hojja isani qonqo tiyya d'ageetani wold'aqisa kiyya guuttani, isani nama kiyya ka nati aanu taatani, nama lafa tana keesa jiru ch'ufa ira, ato lafti ch'ufti tiyyale taate.


Gaareeni isa durati chochoote, kubileeni isa durati, bat'i. Hojja AABBO Waaqi d'ufu, lafti lelet'e, nami isi keesa jiru ch'ufti mudame hollata.


Anini hojja beelae isaniti inhimu; wonti akanatiifi lafafi wonti keesa jira ch'ufti tiyyuma.


Namaani gargari si baasani, bineensani wolti sigalchani, ganna torba akuma karaaba buuyo si nyaachisani fit'eesa keesa ala si bulchani. Duuba eegi suni atini ee jetta, aka Waaqi guddaani dandae lafafi nama ch'ufa fide, abba fed'u kennu.


Baariinifi wonti keesa jira ch'ufti ha dibbiftuti; lafafi nami keesa tauleeni ha sirbuti.


Ee AABBO Waaqa keenna, wonti nu hori kana ch'ufa baamneefi, aka mana maqa kanke keesati guddisani jaarru, ammo wonti kunini ch'ufti siuma iraa d'ufte, keetuma.


Jennaani Amaziani waan raaga sunini jed'e, Qarsi anini worra suniti baase suni maani tolcha?


Ee hayi, Waaqi jabeenna ufi nama ira argate? Namati hayyu lafaa isa tolche?


Inni, Na gad'iisi jed'e si kad'ata? Yokhaani naasu si kad'ata?


wonti akanatiifi bineensi baddati gallu ch'ufti kiyyuma, horiini gaareeni heddu gubba jiruleeni ch'ufti kiyyuma.


Atini mirgaafi bitale uumte, gaari Taboritifi ka Hermoni gammade sii sirba.


AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite