Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 23:2 - KITAABA WAAQA

2 Inni lafa marra doti keesati na boqochiise, bisaani ch'ulki laana yaati na geese,

Gade chapit la Kopi




Faaru 23:2
11 Referans Kwoze  

wonti akanatiifi Ilmeeni Hoola ta jiddu barch'uma guddinna jirtu worraa tissite, gara bisaani jireenna geesiti; duuba Waaqi imimaani ch'ufa ila worra iraa haaqa.


Malaikaani ammalle galaana bisaani jireenna naa garsiifte, ka guddo bibiliqu, ka fulla barch'uma guddinna Waaqatiifi Ilme Hoolati d'ufe.


Galaanati jira, ka dira Waaqaa gammadani iti d'ufu, Mana qulqullo Waaqaa guddati.


Inni waan jed'e, Ya tolchani! Anini Alfafi Omega, anini ka qaratiifi ka eegeeti. Nama d'eebu qabu ch'ufa anini maddo jireenna keesa gati male bisaani obaasa.


Lubbufi intalti fuud'a, kooti jetti. Nami waan kana d'agaye ch'ufti ha kooti jed'uuti. Nami dubbi qabu ch'ufti ha d'ufuti nami fed'u bisaani jireenna ha gati male d'uguuti.


Hojja mid'aani fach'aaftani, AABBO Waaqi bokaya isani erge mid'aani suni isanii baase sagale guddo isanii kenne, horiini keesanileeni marra guddo argata.


Yo Waaqi ch'allise, eenuti dandae waan isa dubbata? Yo inni fuula d'ofate, eenuti dandae isa arga?


Waan worri kunini bisaani maddo Shiloa ka laana yaa dide, Resiniifi hayyu Peka durati holateefi,


Eegee Elimu d'ufani, fulla dareera kud'ani lama ka bisaani qabuufi mukha qoone, torbatama; d'aatu bisaaniti qubatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite