Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 22:9 - KITAABA WAAQA

9 Nami na qorqorate garaa haad'a tiyya keesaa na baaseleeni sii, harma haad'a tiyyale siumati na hosise.

Gade chapit la Kopi




Faaru 22:9
8 Referans Kwoze  

Anini haguma d'alad'e si d'aabad'e; haguma d'aloota kiyyati asi atini ya na qorqorate, tanaafi anini guyya ch'ufa si faarsa.


Haguma ijoolluma tiyyaati asi, siumati na qarqaara, anini arrale waan dansa atini naa tolchite odeesumati jira.


Daimi ya nuu d'alate! Ilma ya nuu kennani! Isati hayyu keenna taha. Maqaani isaani yaamani: Abba mala dansaa, Waaqa Guddaya, Abba jiru jireenna, Hayyu Nagaya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite