Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 21:10 - KITAABA WAAQA

10 Ilmaani worra tokoleeni imbaatu, ch'ufa hayyuti hobaasa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 21:10
8 Referans Kwoze  

wonti akanatiifi AABBO Waaqi d'uga jaalata, gumi isaa qulqulloole illakisu. Inni haga jiru jireenna worra qorqorata, ammo ilmaani ch'ubbicha lafa keesa gussani.


Dabi Yeroboamuni tolche sunini worra isaatiifi d'aloota isaa ch'ufa balleese hobaase.


D'alooti isaa ch'ufti ha hobae, maqa isaa d'aloota taka tanale keesa ded'aniti.


Hojja Waaqi iti dallanu, mana isaatiifi waan inni qabu ch'ufa lolaani balleesani.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka ch'ubbichafi nami ufi saaduleeni aka buuyo godde gubatu. Guyya suni worri ch'ufti gubate hobae daara d'aba.


Waan atini lafa tante balleesite, nama kanke fit'eefi, aka hayyoota d'ibi awaala dansa inargattu. Nami worra keeti, ch'ubbichi tokoleeni, ka bahu injiru.


Nami qorati suni qabachu fed'u sibiilafi yokhaani woraana male dandae inqabatu. Qorati suni fulluma isiini jirtuti gubani balleesani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite