Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 21:1 - KITAABA WAAQA

1 Ee AABBO Waaqa, hayyuuni gammachu qaba, waan atini jabeenna isaa kenniteefi; maro atini isa dabsachifteefi inni akami gammada qaba.

Gade chapit la Kopi




Faaru 21:1
14 Referans Kwoze  

Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.


Baafamafi gurri kiyyaleeni Waaqa iraa d'ufa; inni nama na qorqoratu jaba, ka anini iti baqad'u.


AABBO Waaqi irreefi wonte tiyya, anini isa d'aabad'e, inni na qarqaare na gammachiisa; tanaafi anini sirbe isa faarsa.


waan jed'u, Anini gaara kiyya qulqullo Sioni gubba yayu hayyu kiyya kaye.


Ee Hayyu gudda, atini waan d'uga jaalate, Israeli keesa d'uga suni jabeesita; atini d'ugaafi qajeeluma lafaani d'ufte.


Koota, AABBO Waaqa faarsina! Waaqa nu baase gammadaani sirbina!


Haguma ijoolluma tiyyaati asi, siumati na qarqaara, anini arrale waan dansa atini naa tolchite odeesumati jira.


Waan Waaqi isa dabsachiiseefi hayyuuni ingammada, nami maqa Waaqatini woi kakhatu isa faarsa, ammo kiyyiba afaani qabachiisani.


Ee AABBO Waaqa, hayyuu dabsachaa kenni; hojja nu si yaamanu nu d'agayi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite