Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 20:9 - KITAABA WAAQA

9 Ee AABBO Waaqa, hayyuu dabsachaa kenni; hojja nu si yaamanu nu d'agayi.

Gade chapit la Kopi




Faaru 20:9
11 Referans Kwoze  

Ee Waaqa kiyya, hayyicha kiyya, anini si kad'ad'a, na qarqaari! Ee AABBO Waaqa, anini si kad'ad'a.


Atini hayyu kiyyafi Waaqa kiyya, ka gumi tante ta Yakobo dabsachiifte,


Qaalole gugurdofi jari Seera beekhu waan dansaa inni tolcheefi ijoolle Mana Waaqa keesati iyite, Ilmi Daudi ha guddifamu jettu d'ageennaani dalanani.


Ammo, ee Waaqa, atini haguma duriti hayyu keenna, maro heddu nu baafte.


Gumiini Yeso dura yaatufi ta duuba yaatu iyite waan jette, Ilmi Daudi ha guddifamu. Ka maqa Aabbootiini d'ufu ha eebifamu! Waaqa ha faarsani jed'ani!


Fullo ch'ufana duraa fuud'a balbala dullati bana, aka hayyuuni guddinna olseenu.


Ee Waaqa, waan atini na ch'aqaftuufi anini si yaama. Tanaafi amma dubbi tiyya d'agayi, gurra keetiini na ch'aqasi.


AABBO Waaqa, kooti naa baasi! Atini nyaapa kiyya d'abanaafte, ilkaani worra ch'ubbuu ch'absite.


ammo nami AABBO Waaqa d'ugeefate isa eegatu deebie irre argata. Worri akuma risa barisaa, orie indad'abu; yo miilaani yaule yae indad'abu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite