Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 20:1 - KITAABA WAAQA

1 Guyya atini gaargala qabdu, AABBO Waaqi ha kad'acha tante d'agayu! Waaqi Yakobo ha si qorqoratu!

Gade chapit la Kopi




Faaru 20:1
21 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi doofi jabdu nami d'ugaa d'eete iti bahu fakaata.


Gaafa gaargali moga ch'ufaa na qabate, atini lubbu na baafta; atini nyaapa kiyya, ka nati dallanuni morkite harka kanke jabaani na baafte.


Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


Isani keesaa nami AABBO Waaqa sodaate dubbi hojatu isaa saalfatu, ka ifsa male dukanaani deemu, ka maqa AABBO Waaqa abdate, Waaqa ufi d'aabbatu eenu?


Worri ha aka atini AABBO Waaqi ch'allaani lafa ch'ufa mohate fidu, beekhuti.


Waaqi irre teenna, fulla nu iti d'eennu, ka hojja nu gaargala qamnu ch'ufa nu qarqaaru.


Guyyaani hamaani d'ufuu jira, ka nami takaa arge ind'agayini — guyya gumiini tiyya ta Yakobo gaargaltu, ammo ha taatu worri inuma baha.


Nyaapa keenna nura d'owi, nu qarqaari; qarqaarsi namaa woma keesa injiru.


Yudaani gumi Waaqaa qulqullo taate, Israelileeni worra inni fidu taate.


Ammalle waan inni jed'u, gumi tiyya, ta na d'ugeefatu, wolti na baasa, worra sorio na baase wold'aqisa na woliini tolfate.


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


AABBO Waaqi d'akha kiyya, siida jaba ka anini jalati d'okhad'u. Waaqi kiyya siida kiyya, ka anini jalati d'eed'u. Inni wonte tiyya, na qorqorate na baasa.


Nami si beekhu, ee AABBO Waaqa, si d'ugeefata; nama siti d'ufu tokole atini indiddu.


Ayyaana isaati ka hiyyeesaa nahu; hojja inni gaargala qabu AABBO Waaqati isaa qarqaara.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite