Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 2:12 - KITAABA WAAQA

12 holad'a, isa durati ga jejed'a; aka inni hurre isaniti dallane, isani yoosu indoone. Ayyaana worra AABBO Waaqati d'eete qarqaarsa ira barbaaduti.

Gade chapit la Kopi




Faaru 2:12
30 Referans Kwoze  

Ayyaana isaati ka AABBO Waaqa abdate waan harkaani boch'ani kad'achuu dide, waaqoota d'araa gula deemuu didu.


aka nami ch'ufti Ilma guddisu akuma Abba guddisani. Nami Ilma inguddimne Abba isa erge eesaa fuud'e guddisa?


Ee Waaqa gudda, nami si d'ugeefatu gammada akami qaba!


Aka AABBO Waaqi dansa ufumaani argi. Ayyaana isaati ka isaati d'eetu.


Ammo nama na d'ugeefatu ch'ufa ineebisa.


Ammo taatule, AABBO Waaqi guddo isani nahu fed'a, waan inni guyya ch'ufa waan d'uga tolchufi inni kurfo jira aka naasu ufi isani garsiisu. Ayyaana isaani, ka obse hojja ch'ufa AABBO Waaqa eegatu.


Nami waan baratu jabeesu waan dansaani baha, nami AABBO Waaqa d'ugeefatuleeni eeba qaba.


Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu: Anini d'akha gati guddo qabu fohad'e, aka fiit'e mana tahu Sioni keesa kaya: Nama isa d'ugefatu tokole inch'eersani.


Tanaafi nu worri qara Kristo heregatu guddinna Waaqa faarsina!


ammo taatule anini nama kuma torba, ka Israeli, ka Baali gula bahe d'ungate durati jilbifate inkad'atiini, imbaasa.


ta t'aafiini baantuti gufata: Ilaali, anini Sioni keesa d'akha nami iti gufatu kaya, d'akha irati jigani. Ammo nami isa d'ugefatu inch'eeru.


Duuba inni worrati dallane, dallansu sunini worra mudamsise,


AABBO Waaqi worra d'uga tisse qorqorata. Ammo ch'ubbicha karuma isaa suniti baditi isa geesa.


Jennaani Samuelini dulo d'ad'a fuud'e, mata Sauloti naqe muude, d'ungate waan jed'eeni, AABBO Waaqati sii muude hayyu Israeli si tolche. Atini gosa isaa fidde harka nyaapa worraa keesaa baafta. Aka AABBO Waaqi si fohate hayyu worra isaa si tolche akanaani beeta.


Ammalle amma tanale sibiila tumani, akheekha woi tolchani kad'atani, akasiini daba tolchani — woni kad'atani suni qarsi ogeeyiini oguma ufiitini mid'aasite. Duuba, sorio baasaafi biyyaani jed'ani. Nami akami dandae waaqoota aka akheekha korma looni mid'aasani d'ungata?


Hayyichi waan jed'u, Anini waan AABBO Waaqi jed'e, biyyati hima. Inni waan nani jed'e, Atini ilma kiyya, anini ya arra abba sii tahe.


T'aafiini waan jettu, Nama isa d'ugefatu tokole inch'eersani.


Yesoni waan jed'eeni, Karaani ana, d'ugaafi jireennileeni ana; nami tokoleeni gara Abba ind'aqu, anaani d'aqu male.


Maro isatiifi isani Waaqa d'ugefattani, ka duisa keesaa isa kaase, guddinna kenneefi; tanaafi d'ugefachaafi abdiini teesanileeni Waaqa ilaalti.


Anini gudda lafa tiyya ch'ufa sii tolche, nami kiyya ch'ufti si ch'aqasa. Ana male nami tokoleeni si dura injiru.


Atini worra suni mala nyaapa isaani duraa fulla teeti d'ossite, araba nyaapa isaani dura fulla jabduti d'ossita.


Nami AABBO Waaqa d'ugeefatu ch'ufti isa sodaad'a. Nami isaa saalfatu ch'ufti womafu irakatu.


Ee AABBO Waaqa, nyaapa kiyya ka akasi na abaaru akasuma gaargalchi!


ato gogoddani aka daraara imbadiini, ammalle ato dallansuuni AABBO Waaqa isani ingubini, ammalle ato guyyaani dallansu AABBO Waaqaa isani ind'aqabiini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite