Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 19:1 - KITAABA WAAQA

1 Gubbaani guddinna Waaqaa nama garsiifte, waan inni harka ufiitini mid'aase namati himti.

Gade chapit la Kopi




Faaru 19:1
13 Referans Kwoze  

Yo anini gubba atini mid'aasiteefi jiaafi urji atini gubba nat'e dowad'u —


Gubbaani aka Waaqi d'ugaatifi aka nami dubbi namaa qoru isaa, odeesiti.


AABBO Waaqi jecha isaatini gubba uume, aduufi jiaafi urjile dubbi ufiitini mid'aase.


Jaaroleeni qalbi qabdu aka gubbani bilit'u bibilit'i; jari nama heddu d'uga barsiisuleeni akuma urji haga jiru jireenna ifsa.


Gubbaani ta AABBO Waaqa ch'alla, ammo inni lafa yayu namaa kenne.


gaafasi inni qarooma arge ilaalate, dansuma isaa arge quufe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite