Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 18:4 - KITAABA WAAQA

4 Gaargali dua na marse, dooti aka bisaani nati fach'aate na liqimsite.

Gade chapit la Kopi




Faaru 18:4
18 Referans Kwoze  

Gaargali duaa na marse sodaani awaala na qabate, jennaani mudame lubbuuni na d'ufte.


Waan ijeecha nuti murani seene. Ammo wonti kunini aka nu ufi inabdanne ammo Waaqa ka nama due kaasu abdannufi taate.


Ato inni dubbachu jiru, Yudani ka jara kud'ani lama ke jiru d'ufe. Isa woliini gumiini guddooni ta sheeftifi bokuuni yaatu d'ufte, ta qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi ergite.


fach'aai bisaani sila nu fud'ate, bisaani nura deebiani,


Duuli nama ch'ubbuu na marse; aka yayi nati baafate, harkaafi miila kiyyale ch'ufa tatarsaase.


Nami dira suni ch'ufti iti kae, nami ch'ufti orie, Paulo qabani, Mana Waaqa keesaa hirkisani. Maro tokotu balbalti ch'ufamte.


Hojuma suni Yesoni gumiti dubbate waan jed'e, Maafi sheeftifi bokuuni d'uftani na qabdani, aka waan anini shifta tahe. Guyya ch'ufa anini Mana Waaqa keesa tae nama barsiise, ammo gaafasi na inqamne.


Nami ch'ufa mudame, aka hama laalefate d'ukubsate, akuma nad'eeni d'alaa ch'ininfattu taha. Worri ch'ufti ila sodaatiini woli ilaale, aka male woli mudamsiisa.


Eegi isaafi biyyiti mala woliini d'awate, hayyichi sirbitu wolti yaame, woya jila keyad'a, duula dura yaa sirba, AABBO Waaqa faarsa, Jaalalti isaa ta haga jiru jireenna jed'a, jed'eeni.


Worri sirba iti keeyate jennaani, AABBO Waaqi duula nyaapa kaani mudamsiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite