Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 18:16 - KITAABA WAAQA

16 AABBO Waaqi gajed'e, harka na qabe, d'immu bisaani keesaa na fuud'e.

Gade chapit la Kopi




Faaru 18:16
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi gajed'e, harkaa na qabe, d'immu bisaani keesaa na fuud'e.


Harka kanke gubba ga d'eerefad'i, bisaani qile keesaa na hirkisi, na baasi,


Inni qonqo gubbaa gadi erge na baase, nama na dabsule dabsata. Waaqi jaalala isaa ta ind'umanneefi d'uga isaa na garsiisa.


Atini worra kiyya ka nati gamu duraa na baafte, finna gosa d'ibi ch'ufa harka kiyyati deebifta. Worra duri anini imbeenneleeni amma na jalati bula.


Eegi suni daimi guddannaani isiini intala Faraotiini d'ufte, duuba isiini ilma tolfatte waan ufiini jette, Anini bisaani keesaa isa fuud'e, tanaafi maqa isaa Musa baasa jette.


Malaikaani ammalle waan naani jette, Bisaani atini garte, ka niitiini gubba teetu, gosafi gumifi lafafi afaani heddu.


Tanaafi nami si beekhu ch'ufti, yo d'iba qabu, si kad'achu male; hojja bisaani fach'aani gaargali d'ufu, bisaani sunini isa ind'aqabani.


Inni baariini yau d'owe, galaanale gogosa! Oobruuni Bashani qanch'ooratte, gaari Karmeli diimate, daraaraani Lebanoni bada.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite