Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 18:12 - KITAABA WAAQA

12 Bokaya d'akhaani roobufi ibidi bibiliqu angaasu isa dura jirtu keesaa bahe, dumansa guraacha keesa dabre.

Gade chapit la Kopi




Faaru 18:12
11 Referans Kwoze  

Ato worri Amori kaarra gaara suni askarti Israeli baqatu, AABBO Waaqi bokaya d'akhaa gugurdaani roobu iti roobe. Ato bokeeni sunini inch'aamini worri Azekani bahe. Bokai d'akhaa suni nama worri Israeli ijeese ira ijeese.


D'akhaani bokeeni roobuuni ka haga ratili d'ibba toko gubbaa lafati jige nama d'oose. Nami ch'ufti Waaqa abaare, maro d'aanicha d'akha bokaa ka gubba namati gadi roobe.


Ato inni dubbatu, dumansi adiini toko worrati golle, qonqooni dumansa keesa waan jette, Kunini Ilma kiyya ka anini jaalad'u, ka na gammachiisu, dubbi isaa ch'aqasa jette.


Worra durati jijirame, fuuli isaa aka adu ifse, woyaani isaa aka ifsa adaatte.


Atini gubba aka waaro ballifte,


Ammalle AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Anini baldo dumansaa keesa siti d'ufa, aka biyyiti aka anini siini dubbad'u d'ageete haga jiru jireennale si d'ugeefattu. Musani dubbi worra suni AABBO Waaqaati hime


Anini dandae gubba dukaneese akuma nama nama due bohu tolcha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite