Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 16:11 - KITAABA WAAQA

11 Atini kara jireenna na garsiifte; yo fulla tante jiru anini gammada qaba, atini haga jiru jireenna na machesita.

Gade chapit la Kopi




Faaru 16:11
28 Referans Kwoze  

Atini kara jireenna ya na barsiifte, yo fulla tante jiru anini gammada qabu.


Gara isaa ka dandae jigu isani d'owe, wollaala male gammadaani guddinna isaati isani geesu.


Ee, aka jaalala isaa barattani ato nami dandae ch'ufa imbarannele akanaani qit'ooma Waaqaatiini guutamtani.


Karaani worra d'ugaa akuma biiftu ganama ifsa, ta haga lafti guyyatuti ifsuma ifsitu.


Ammo waan anini ch'ubbu intolchiniifi, anini si arga; hojja anini hiribaa kae si argu, anini ingammada.


Balbala d'ipofi karaani jabaani jireennati nama geesa, nami argatuleeni diqa.


waan jettu, koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre, Mana Waaqaa Yakoboo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaani gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, Seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.


Gaargali diqaani, ka yoosu hobau, ka nu qamnu kunini eegi tana guddinna hegeritiini nu d'ufa, ka gaargala suni ira jiru.


Ayyaana worra garaa qulqullo qabu: Waaqa inargani!


Halkani deebiani injirani, ifsefi adu imfed'ani; wonti akanatiifi Aabbo Waaqati ifse worraa taha, duuba aka hayyoota haga hegeri lafa fidani.


ka gubbati oldeebie harka Waaqa ka mirga tae, malaikafi jabeennaafi humna gubba jiru ch'ufa fidu.


Yo Lubbuuni Waaqaa ta Yeso duisa keesaa kaafte isani keesa jiraatte, yoosi ka Yeso duisa keesaa kaase nafa keesanile jireenna inkenna, Lubbuuni isaa ta isani keesa jirtuuni.


Jaallani tiyya, nu amma ijoolle Waaqati, ammo ammalle waan iti yaanu aka dansa imbeennu. Ammo waan kana imbeenna: Yo Kristoni mullate nu aka isaa taana waan nu aka inni jiru arginufi.


Wonti nu amma agarru kunini fakeenna dawiti keesaa ka aka dansa imullanne fakaatti; ammo gaafasi aka dansa wolagarra. Wonti anini amma tana beekhu qit'eniti; ammo gaafasi qit'oofti, akuma Waaqi naani beekhu qit'oofti.


D'ugaani kara jireennati, ammo ch'ubbuuni kara duisaati.


Eegi Aabbo bo Yesoni jara ufiti dubbate, inni gubbati oldeebie, harka Waaqa mirgaani tae.


hooliye harka mirga deebise, laleesa harka bitaacha deebisa.


Aka hameenni tokoleeni na keesa jiru laali, kara jiru jireenna gula na qajeelchi.


Maro isatiifi isani Waaqa d'ugefattani, ka duisa keesaa isa kaase, guddinna kenneefi; tanaafi d'ugefachaafi abdiini teesanileeni Waaqa ilaalti.


Worra kana gara gaargala ind'umanne ergani, worra d'uga gara jireenna ind'umanne ergani.


Nami fulla isi d'aqe deebie kara jireennati indeebiu.


Isiini kara jireenna gula indeemtu, ato imbeenne iraa gorti.


waan jed'e, Me ilaala, anini gubba banamtu arga, Ilma Nama harka mirgicha Waaqa oleju arga.


Hojja anini gach'iisu anini nagayaani bula. Siuma ch'allati, ee AABBO Waaqa, nagayaani na oolcha.


Waaqaa sirba, maqa isa faarsa; ka dumansa yaabatu kara mid'aasaafi. Maqaani isa AABBO Waaqa — isa durati qilit'ama!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite