Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 148:7 - KITAABA WAAQA

7 Lafa gubbale AABBO Waaqa faarsa: gorjama bisaani keesati galufi d'immu baariinitifi

Gade chapit la Kopi




Faaru 148:7
9 Referans Kwoze  

Akanaani Waaqi bineensa gugurdafi didiqa ka bisaani keesa galu, simpirre gosa ch'ufale woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.


Bineensi alaaleni na guddise, sare diidatifi guchileeni na faarsiti, hojja anini galaana lafa gamooji ke baase gumi anini fohad'e bisaani obaasu.


Guyya suni Waaqi goraade jabdu aka male qara qabduni goorjama Lewiathani jed'ani, ka bisaani keesati galu, ka ufi garagalche aka bofa lohu, gaargalcha.


worri koora ira kayeefi jennaani yaabate, kae iti d'aabate, reefa raaga kaani ka karaa keesa ch'iisu, ka harreefi nyeench'i kaani ufuma bira ejaanjani arge, nyeench'i reefa suni inyaanne harreele woma intolchine.


Ee AABBO Waaqa, atini waan heddu uumte! Atini qarooma akamitiini waan kana ch'ufa uumte. Wonti atini uumte sunini ch'ufti ya lafa guute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite