Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 148:3 - KITAABA WAAQA

3 Aduufi jiaafi urjini bibilit'u ch'ufti, isaa faarsa.

Gade chapit la Kopi




Faaru 148:3
8 Referans Kwoze  

Ufi eegad'a aka ilaalacha keesa seentani waan gubbati gartani adu jia, yokhaani Urjiifa guddiftani kad'atani inhojanneefi. AABBO Waaqi keesani yayu waan kana biyya taani d'ibii kenne, aka worri kad'atu.


Haga lafti jirtu, oobrachafi murachaani, qabanafi owi, bonaafi roobi, yokhaani halkanifi guyyaleeni deebite imbaddu.


Anini yayu halkanifi guyyale wold'aqisa woliini tolfad'e, aka worri hojja ch'ufa hojuma malte gula d'ufu; wold'aqisa suni dandaani inch'absani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite