2 Malaikaani isaa ch'ufti isa faarsa, duuli isaa ka gubba ch'ufti isaa faarsa.
Duuba lubbuuni Waaqa oli na fuute. Jennaani qonqo guddo toko ta, guddinna AABBO Waaqa gubba jiru faarsa, jettu ufi duubati d'agaye.
Guyya suni bakalchi ganama woliini sirbe malaikaleni gammadani iyyite.
Akanaani uumami lafafi gubba ch'ufumanu qit'ae.