12 dubrafi ijoolle d'iiratifi jaaroleefi ijoolleeni didiqoleni, isa faarsa.
Inni goodo gaara Ejersa jed'aniti d'iaannaani, gumiini guddooni ta jara isaa, gammachuuni qonqo olfud'ate Waaqa faarsite, maro waan mama kana arganiifi.
Lafti sunini akami midaad'u dansa! Nami kaima mid'aanifi daad'i isiitiini jabaate irre baasa.
Dubarti gammade sirbite, d'iirti kaimafi jaaroleeni qilit'amti. Anini boha worraa garagalche gammada tolche, garaa worra jabeese laalala worraa garagalche qilit'ama tolcha.
Nami woi sirbu dura yaa, sirbituni eege yaati, jiddu keesa dubra dibbe d'ooftuti yaa.
faaru suni daimafi ijoolleeti d'aata. Atini ya nyaapa kanke ch'ufa duraa baate, nagayaani teeta. Atini nama sinii morku ch'ufa ind'owarta.