Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 147:1 - KITAABA WAAQA

1 AABBO Waaqa faarsa! Aki Waaqa keenna faarsani guddo dansa: faaruni isaa waan dansa ta nami hojja ch'ufa d'aachu male.

Gade chapit la Kopi




Faaru 147:1
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi dansa, isa faarsa, inni naasu qabaa tanaafi maqa isaa faarsa.


Isani worri d'ugaa, waan AABBO Waaqi isanii tolche jed'a gammadaa sirba; isani nami isaa saalfatu ch'ufti isa faarsa.


Ee AABBO Waaqa, aki galata si deebisani akami dansa! Ee Waaqa gudda, aki maqa kanke faarsanileeni waan akami dansaa.


Hojja anini waan dabre qaabad'u, gaafa anini gumi guddo woliini Mana Waaqaa d'aqe, gumi gammada qabdu ta sirbite Waaqaa faarsa yaatu dura deeme, garaani naa hamate.


Jaaroleeni qaaloleetifi ta Lawitifi ta mata balbala gosa, ta Mana Waaqa ka duri kaani garte, Mana Waaqa ka yayabani arginaani mata qabate boote. Ammo worri achi jiru kaani ch'ufti aka male gammade qilit'ame.


Hojja jaalala tante ta ind'umanne guyya ch'ufa waan isii odeesani, d'uga tante halkani ch'ufa kiraariifi miha sirba d'ibi d'aani faarsani akami dansa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite