Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 146:8 - KITAABA WAAQA

8 ballaale ila bana. Inni nama jige kaase gumi ufi ta d'uga gula yaatu jaalata.

Gade chapit la Kopi




Faaru 146:8
18 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi ka d'ugaati, inni waan d'ugaa ka qajeela jaalata. Nami d'ugaafi qajeeluma gula deemu isaa inarga.


Inni nama gaargala keesa jiru qarqaare, nama jigele kaasa.


Duuba ilti worra banamte, Ammo Yesoni nama tokoleti inhimina jed'e, worrati seere.


Atini ila worraa bante, dukana ira gara ifsa worra deebifta, ammalle jabeenna Sheet'ana iraa Waaqati worra deebifta; aka d'ugefacha worri na d'ugefateeni daba worraa araaramaniifi, gumi Waaqi fohate keesati fulla argatani.


Ammo isani gosa Waaqi fohate, qaalole hayyuti, gosa qulqullo, gumi Waaqaati, ta aka huji Waaqa ta mama odeesitaniifi fohatani, ka dukana keesaa ifsa isaa ka mamaati isani yaame.


Wonti anini kad'ad'u, aka qalbiini teesani banamte ifsa isaa argitani, aka isani abdi inni iti isani yaameefi eeba durooma ta inni gumi isaati kakhate hubattani,


Ammo Waaqi, ka worra garaa laafu jabeesu, nu jabeese Tito nuti arge.


wonti akanatiifi Abbaani ufiyu isani jaalata. Inni isani jaalata, waan isani na jaalattani aka anini gara Waaqaati d'ufe d'ugefattaniifi.


ballaani lafa arga, naafi indeema, nami qomaat'a qabu inqulqulla, duudaani ind'agaya, reefale kaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.


Gaafasi ballaani lafa arge, duudani wo d'agaye.


Anini gumi tiyya balla kara worri imbeenne gulaani deema. Anini dukana worraa ifsa tolche, lafa gooro qabdu worraa dirirsa. Waan kana anini tolchu male intau.


Inni nama ufi inguddimne kaase, ammo ch'ubbicha lafa buuse balleesa.


AABBO Waaqi gumi ufii jaalate, nama ufii qorqorata. Tanaafi nu isaa jala teenne seera isa baranna.


AABBO Waaqi waan jed'u, worra gurra inqamne ch'aqasa! Worra ila inqamne, aka dansaa ilaala!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite