Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 146:5 - KITAABA WAAQA

5 Ayyaana isaati ka Waaqi Yakobo qarqaare, innileeni AABBO Waaqa ufi,

Gade chapit la Kopi




Faaru 146:5
17 Referans Kwoze  

Ayyaana gosa eeba akana tana qabduuti; ayyaana gumi AABBO Waaqa, Waaqa tolfatuti!


Ee AABBO Waaqa, anini si abdad'a. haguma d'aloota kiyyati siuma d'ugeefad'a.


Ayyaana gosa suni, ta AABBO Waaqa, Waaqa ufii tolfatu; ayyaana worra inni fohate gumi ufii tolfate!


Ee Waaqa gudda, nami si d'ugeefatu gammada akami qaba!


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


Maro isatiifi isani Waaqa d'ugefattani, ka duisa keesaa isa kaase, guddinna kenneefi; tanaafi d'ugefachaafi abdiini teesanileeni Waaqa ilaalti.


Ee AABBO Waaqa gudda, kad'acha tiyya naa d'agayi; Ee Waaqa Yakobo, na ch'aqasi!


AABBO Waaqi guddaani nu woliini jira, fullaani nu iti baqannu Waaqa Yakobooti.


Duuba ammo, ee AABBO Waaqa, wonti anini d'aabad'u maani? Wonti anini d'aabad'u suma.


Anini Waaqa abba keetiti, Waaqa Abrahamuti, ka Isaaqoti, ka Yakobooti. Jennaani Musani Waaqa laalu sodaate fuula d'ofate.


Ee Israeli, isani gammachu akami qabdani! Gochiti aka teesani tokoleeni injirtu ta AABBO Waaqi baase. Wonteefi goraadeeni teesani, ta nyaapa isani ira d'owarte isani dabsachiiftu AABBO Waaqa. Nyaapi keesani, lubbu nu baasa jed'e isani kad'ata, ammo isani ira ejaanjaattani.


waan nuuni jed'e, Waan Yusufuuni jettani, Ch'ubbu duri nuu oboleyaani tante siti ch'ubbamne biraa nu deemi nuuni jed'e. Ammatana nu si kad'anna, ch'ubbu nuni hojattuuni Waaqaa abba keeti, siti ch'ubbamne biraa nu deemi jed'ani. Yusufuuni qonqo tana d'ageennaani bohe.


Nami akasi sunini gufateti lafa d'aa, ammo nu olkaane jajabaanne ejaanjina.


Koota, waan AABBO Waaqi tolche, laala, waan mama ka inni lafa keesati tolche dawaad'a.


Nami waan baratu jabeesu waan dansaani baha, nami AABBO Waaqa d'ugeefatuleeni eeba qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite