2 Anini haga jiru ch'ufa isa faarsa! Jireenna kiyya ch'ufa keesa Waaqa kiyyaa sirba.
Anini haga jiru ch'ufa galata sii deebise, harka si dura qabad'e si yaamad'a.
Anini haga jiru ch'ufa AABBO Waaqaa sirba; haga lubbuuni na keesa jirtu anini Waaqa kiyya faarsa.
Ee hayyoota, ch'aqasa! Ee jaallaboota, d'agaya! Anini sirbe, AABBO Waaqa Israeli faarsa.